Jireenya irra haafa jiraadhu. Kanneen biroos hubachiisi. Karaa siif mijatu filadhu.
Hawaasa barnoota onlaayinii FARM STEW leenjiin onlaayini kun , kan jireenya namootaa fi hawaasa jijjjiruuf qophaa’edha.
Maqaa Gosa Barnootaa:
Seensa Yaada FARM STEW
Yeroo Leenjii:
Ji’oota Sadiif kennama.
Akkaataa kenninsa Leenjii:
100% Toora-Interneetii irratti kennama (Onlaayinii)
Waan Barattu:
Gatii Kaffaltii
Ragaa Eebbifamaa (Certificate):
Odeeffannoo Dabalataaf:
ayinalem.vlc@farmstew
